Xurree ittiin seenan

Moqdishoo Keessatti Si’a Sadaffaa Gaazzexeessaan Ajjeesame

  • VOA

Raadiyoo Moqadishoo keessatti maadhaffateef Daayreekteera kan ta’e Abukar Hassan Mohamoud magaalatti keessatti ajjefamuun beekamee jira. Gazexxesonni somaaliyaa keessatti eega baatilee dhiyeenya kanaa as ajjefamuun kun sadaffaa ta’uu isaa ti.

Gaazzexeessaan booda kana magaalaa MOQDISHOO keessatti rasaasaan tumamee ajjeesame kun Direkteera Dhaabbata Raadiyoo Somaaleweyin jedhamuu kana, hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamiin tu manaa isaa aanaa WAAJIR jiru keessatti ajjeese jedhu namoonni ijaan argan.

Raadiyoon SOMAALEWEYIN Raadiyoo Dhuunfaa MOQDISHOO KAABAA keessa maadheffate.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG