Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoggantoonni Kongresii Federaalawa Oromoo Mormii Nyaata Lagachuu Ittuma Fufaniiru


Obbo Baqqalaa Garbaa
Obbo Baqqalaa Garbaa

Mormii oromiyaatti oggaa darbe ji’a Sadaasa keessa ka’een walqabatee hoggantoonnii fi miseensonni paartii kongressii Federaalawa Oromoo baayyeen hidhamaniiru. Obboo Baqqalaa Garbaa dabalatee, hoggantoonni paartichaa mana hidhaa Qilinxoo, Finifneetti argamutti hidhaa irra jiran mormii nyaata laggachuu erga jalqabanii harri guyyaa sadaffaa dha Mormii akkanaa dhiheesuun isaani erga hidhamanii yeroo lamaataati.

Abduljebbar Huseen abuukaatoo Baqqalaa Garbaa, Dajanee Xaafaa, Gurmeessaa Ayyaanoo fi Addisu Bullaalaati. Harra mana hidhaa dhagee isaan dubisuusaa himee sababa mormii isaan godhaa jiran kanaa akka isaan ibsaniifitti nu beeksiseera. Kunooti.

Hoggantoonni Kongresii Federaalawa Oromoo Mormii Nyaata Lagachuu Ittuma Fufaniiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG