Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Maleeziyaa ajjeechaa obboleessa Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa qorataa Jira


Poolisiin Maleeziyaa ajjeechaa obboleessa Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa qorataa Jira
Poolisiin Maleeziyaa ajjeechaa obboleessa Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa qorataa Jira

Ajjeechaa obboleessa hoogganaa Kim Jong Un kan Kim Jong Nam ilaalchisuu dhaan poolisiin Malaysia diplomaatii kooriyaa kaabaa dabalatee shakkamtoota lammiiwwa Kooriyaa kaabaa sadii itti dabalaa gaaffiif dhiyeessuuf jira.

Hoogganaan poolisii Malysia Kaaliid Abubakar tuuta oduuf ibsa kennaniin shakkamtoonni kun embasii kooriyaa kaabaa Kuala Lumpur-tti itti aanaa barreessaa kan ta’an Hyon Kwang Song dabalatee namoota sadii.

Abubakar akka jedhanitti shakkamtoonni kun hamma iyyuu Kuala Lumpurtti argamu. Oiikusuub yoo isaan fedhii isaaniin hin argamne ta’e dirqisiisuuf jira jedhan.

XS
SM
MD
LG