Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pireezdaantiin Gaambiyaa Angoo Gadhiisuu Diduun Sodaa Nageenyaa Umee; Namoonni Biyyattii Gadhiisaa Jiran


Pireezdaantiin Gaambiyaa Angoo Gadhiisuu Diduun Sodaa Nageenyaa Umee
Pireezdaantiin Gaambiyaa Angoo Gadhiisuu Diduun Sodaa Nageenyaa Umee

Gaambiiyaatti labsiiin yeroo atattamaa labsamuun booda Gumiin Biyyoolessaa biyyattii yeroo bulchiinsa pireezdaant Yahayyaa Jameeh ji'oota sadi'iin dhereesseera. Katarinaa Hoijee Banjuul irraa gabaasa ergite Tigist Gammeetu dhiheessa.

Kamisni boruu, Amajjiin 19, 2017, guyyaa sirna muda pireezdaantii haaraa ture. Pireezdaant Yahayyaa Jammeh garuu angoo gadhiisuuf qophii miti. Jiraattonni Magaala gudditti biyyatti Yahaya Jammeh diddaa agarsiisuun obsa isaan fixachiiseera. Kana malees, jiraattonni Banjuuli fi hojjattoonni dhaabbilee tuurizimii biyyatti nagaha isaanitti sodaachuu irra biyyatti gadhiisanii bahaa jiran

Biyyonni misneensa dhaabbata ECOWAS ( Haawaasa Dinaagdee Biyyota Afriikaa Dhiha) garuu "Yahayyaan angoo gadhiisuu qaba, didamnaan human waraanaa fayyadamuun hin oolu," jechuudhan akeekkachiisan.

Gabaasa guutu caqasaa

Pireezdaantiin Gaambiyaa Angoo Gadhiisuu Diduun Sodaa Nageenyaa Umee; Namoonni Biyyattii Gadhiisaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:00 0:00

XS
SM
MD
LG