Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sagantaa Wiixata Muddee 7, 2015


Dhaggeeffatoota keenyaa, gamoo VOA yokaan Raadiyoo Sagalee Ameerikaa keessatti hojii ijaarsaa geggeessamaa ture irraa kan ka’e akka hin eegamiinitti ibsaan dhaamuun isaa meeshaalee fi caasaaleen hojiin ittiin geggeessinu, kan akka interneetii, daandii telefoonaa, meeshaalee sagalee ittiin waraabanii fi gulaalan waan hojjechuu dhaabaniif jecha, sagantaalee har’aa guutummaatti tamsaasuu hin dandeenye.

Kan Itiyoophiyaa fi naannoo ishee dabalatee, oduuwwan haaraa jiran illee hordofuu hin dandandeenye. Qophii haga tokko qindeessine illee hin dabarsiin hafne. Amma garuu, meeshaaleen hagi tokko hojjechuu jalqabanii jiran. Rakkoo uumameef dhiifama gaafachaa, sagantaa keenya guutuu qindaa’ee tamsaasamuu hanqate, marsariitii keenyaa fi Feesbuukii keenya irraa akka caqastan isin afeerra. Sagantaa keenya hordofuu fi itti hirmaachuu keessaniif galatni keenya guddaa dha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:31:50 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG