Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oguma Uumamaan Argatan Guddisuun Murannoo Gaafata


Manni Abaaboo “Kello Floral” jedhamu as United States kutaa MN keessatti banamee hojii erga eegalee kurna tokkoo ol ta’ee jira.

Aadde Hiruut Baqqalaa Wayyeessaa haadha daldala kanaa ti. Abaaboon ofii isaaf iyyuu miidhagaa dha. Attamiin miidhegesu jechuun keessan hin oolu. Aadde Hiruut garuu Abaaboo kana oguma miidheksuu waan horataniif qopheewwan adda addaatiif akka ta’u gochuun qopheessanii gabaaf kan dhiyeessan ta’uu dubbatu.

Oguma kana irratti yoom akka bobba’aniif maal akka isaan kakaase ibsuu dhaan eegalu aadde Hiruut.

Namni murannoon yoo ka’e lafa yaade ga’uu danda’a kan jedhan aadde Hiruut hojii hojjetan jaal’achuun milkaa’ina argachuuf sababaa ijoo dha. MP3 tuquun guutummaa isaa dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG