Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa keessatti nama hidhuun hammaateera


Itiyoophiyaa keessatti kabajamuun mirga dhala namaa fi kan Dimokraasii isa kaleessaa caalaa har'a daran dhiitamaa jira jechuu dhaan gamtaan MEDREK ibsa baasee jira.
IHADIG fi mootummaan Itiyoophiyaa keessumaa Oromiyaa godinaalee hundumaa keessatti baatii Guraandhala darbee kaasee hidhaa fi doorsisii gaggeefamaa kan jiru ta'uu dura ta'an MEDREK kan yeroo ammaa obbo Gabruu Asraat hubachisanii jiru.

Namoota 300 caalaatu hidhame kan jedhan obbo Gabruun hangi tokko lafti itti hidhaman hin beekamu, kanneen MAAKALAAWWII keessatti hidhaman dhaqanii dubbisuun hin danda'amu jedhan.MP3 tuquun guutuummaa gabaasa kanaa dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG