Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jawaar Waa’ee Himannaa Abbaan-alagnaa Mootummaa Itiyoophiyaa Isaa fi OMN Irratti Dhiheessee Maal Jedha?

Kan mana hidhaa jiran, dura-taa’aan Koongiresa Federaalawa Oromoo – Dr. Marararaa Guddinaa har’a masaa afuraffaaf mana-murtiitti dhihaatanii, seeraan himannaan itti banamee jira. Akka Abukaatoon Dr. Mararaa Obbo Wandimmuu Ibsaa Kaleessa nuuf ibsanitti, galmee Dr. Mararaa irratti kanneen himatamaan ka biroon, hoogganaa Arbenyooch-Ginbot 7 – Dr. Birhaanuu Naggaa, Daarectara Ol’aanaa OMN, Obbo Jawaar Mohaammad, Dhaabbatoota Televiisiyoonaa ESAT fi OMN ta’uun beekamee jira. Himatamtoonni waa’ee himannaa kanaa maal jedhu?

Hoogganaan ol’aanaan OMN, Jawaar Mohammed, himannaan isaa fi dhaabbata isaa irratti dhihaate, hojii isaa fi hojii miidiyaa seera-qabeessaa yakkuudhaan, namoota biyya keessaa odeeffannoo kennan sodaachisuutti, keessumaa immoo, Dr. Mararaa Guddinaa karaa itti yakkan barbaaduutti ka fuuleffate akka tahe dubbata.

Kana cuqaasuun gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa

Jawaar Waa’ee Himannaa Abbaan-alagnaa Mootummaa Itiyoophiyaa Isaa fi OMN Irratti Dhiheessee Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:49 0:00

XS
SM
MD
LG