Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorannaa Waa’ee Fayyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Gaggeeffame


Qorannaa Waa’ee Fayyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Gaggeeffame
Qorannaa Waa’ee Fayyaa Afrikaa Kibbaa Keessatti Gaggeeffame

Namoonni vaayrasii HIV waliin jiraatan dhukkuba Onneen fi dhiigii sammuu keessatti dhangala’uun akka hin mudanne ittisuuf qorannaa gargaaru Afrikaan Kibbaa gaggeessite jirti.

Namoonni vaayrasii HIV waliin jiraatan dhibee lamaan kun kan isaan mudatu yoo ta’u yaaliin qorannaa kun biyyoota 5 jechuun yunaaytid Isteets, Kaanaadaa, Taahilaand, Braazil fi Afrikaa kibbaa keessatti gaggeffamaa jira.

Yaalii qorannaa Amerikaan gaggeessitu kan waggaatti Doolaara Miliyoona 20 gaafatu xumurxmuuf waggaa 6 kan fudhatu yoo ta’u namoota 6500 irratti gaggeffamaa jira.

XS
SM
MD
LG