Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Gaafatamtootatu Humna Waraanaa Nutti Waama


Yuniversitii Amboo
Yuniversitii Amboo

Mormiin Oromiyaa keessaa torbanneen sadi’ii oliif geggeessamaa turee fi tarkaanfiin humnoota motummaatiin fudhatamu, har’a illee bakkawwan adda addaatti akka itti fufe dubbatu hoogganoonni paartii mormituu fi jirattoonni. Yunivarsitii Amboo mooraa Awaaroo fi Yunivarsitii Wallaggaa keessatti, aangawootatu humnootii waraanaa waamee barattoota irratti miidhaa geessisaa jira jedhu barattonnii fi jiraattonni. Prezidaantiin Yunivarsitii Amboo Dr. Mitikkuu Teessoo mooraa Awaaroo keessatti ta’e kan jedhame “waan tokko hin beeku“ jedhan.

Yuniversatii Wallaggaa
Yuniversatii Wallaggaa

Gama biraatiin, Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Guduruu, magaalaa Kombolchaa keessatti, barattoonni gam tokkoon nu reebaa gama kaaniin baradhaa jechuun wal duukaa hin deemu jechuun gaaffii dhiheessuun dhaga’amee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:12:32 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG