Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paarlaamaan Haarawaan Ka Somaaliyaa Har’a Hirbuu Seene


Paarlaamaan Haarawaan Ka Somaaliyaa Har’a Hirbuu Seene
Paarlaamaan Haarawaan Ka Somaaliyaa Har’a Hirbuu Seene

Sirni hirbuu seenuu Moqaadishoo kan miseensota mana maree bakka bu’ootaa fi kan mana maree Federeshiinii 281 har’a geggeessame.

Xiinxalaa dhimmootii naannoo kan ta’an Abdiwahab Sheikh Abdisamad akka jedhanitti paarlaamaan inni kun isa duraa irra wayya.

Tokkummaan mootummootaa, gamtaan Afriikaa, gamtaan Aworooppaa, IGAD, Briteen fi United States sirna hirbuu seenuu bakka bu’oota mana marii kan har’aa kana simachuu dhaan kun mallattoo fuula duratti tarkaanfachuu ti, garuu hawasi addunyaa garuu yeroo dhumaatti barcummni 18 mana maree bakka bu’ootatti dabalamuun kan isa yaaddesse ta’uu ibsaniiru.

Gabaasa sagalee dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG