Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Gubinsa Mana-hidhaa Qilinxootti Himataman, Hidhamtoonni 38 Har’a Mana-murtiitti Dhihaatan


Kanneen Gubinsa Mana-hidhaa Qilinxootti Himataman, Hidhamtoonni 38 Har’a Mana-murtiitti Dhihaatan
Kanneen Gubinsa Mana-hidhaa Qilinxootti Himataman, Hidhamtoonni 38 Har’a Mana-murtiitti Dhihaatan

Mana-hihdaa Qilixoo Fulbaana bara 2016 keessa gubatee turetti – yakka hidhata qabuun kanneen himatamanii jiran – hidhamtoonni mooricha keessa jiran 38 har’a mana-murtii dhihaatanii jiran. Irra-jireessi himatamtoota kanaa Oromoo ta’uu ka dubbatan – abukaatotoon isaanii, Obbo Wandimmuu Ibsaa, abbaan-alangaa akka maqaan raga-baatotaa iccitiin qabamee, yakka ilaalchi dhaddacha cufataadhaan geggeessamu mana-murtii duratti dubbachuu isaa fi gama isaaniin yaada mormii dhiheeffachuu isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran. Dhaddacha ka biraatti immoo, kanneen Shawaa Bahaa, aanaa Bosat keessatti warshaalee gubuu fi mooraalee waraanaa barbadeessuu yaalan – jedhaman – namoonni galmee Mohaammed Aliyyii irratti himataman akka dhihaatanii turan dubbatu – Obbo Wandimmuun.

Kanneen Gubinsa Mana-hidhaa Qilinxootti Himataman, Hidhamtoonni 38 Har’a Mana-murtiitti Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:59 0:00

XS
SM
MD
LG