Xurree ittiin seenan

Rakkoo Caamaa Godina Arsii Lixaa

  • Eskindiir Freew

Godiina Arsii Lixaa fi aanaalee biroo caama mudateen,barana oomisha hin galfatin hafuu isaanii qonnaan bultonni dubbatan,abdiin qabnu midhaan gargaarsaa qofa jedhu.

Anaan shaallaa fi Arsii Nagllee waggaatti yeroo lama oomisha galchuun kan beekaman turan.Amma
garuu roobni yeroo eegee dhufuu waan dideef rakkoof saaxilamne jedhu qonnaan bultonni.

Yeroo ammaa midhaan faca’ee dacheen magariisa uuffatu iyyuu, rakkoo ammaa kanaaf kan dhaqqabu hin taane.

Qonnaan bultonni sagantaa seeftii Nettiin gargaaraman akkuma jiran kanneen biroonis carraa kana hin argatin hafuu isaanii dubbatu.

MP3 tuquun guutummaa gabaasaa kanaa dhaggefadhaa.

XS
SM
MD
LG