Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ripaablikii Dimokraatawaa Kongoo Keessatti Muddamsi Hammaataa Jira


Ripaablikii Dimokraatawaa Kongoo Keessatti Muddamsi Hammaataa Jira
Ripaablikii Dimokraatawaa Kongoo Keessatti Muddamsi Hammaataa Jira

Biyya kana keessatti baatilee hedduuf jeeqUmsi siyaasaa gaggeeffamaa eega turee booda gamtaan mormitootaa uummanni akka mormii itti fufuu gaaftan. Kunis prezidaant Jooseef Kabilaa yeroo itti filataman eega xumuratanii booda amma prezidaantii biyyatti jenne hin fudhannu ka jedhu. Kabilaan barri aangoo isaanii Wixata darbe xumurame. GaruU gareen isaanii Kabilaan aangoo irra turu jechaa jiran. Kun aangoo irra turuuf fedhii qabaatee miti jedhu.

Kabilaan heera biyyattiin akka bulan kan beeksiisan ta’us akkuma hogganoota biyyoota kutaa sanaa heera jijjiruu fedhan. Mormii kanaaf kanneen hiriiranii fi humnootii nageenyaa giddutti walitti bu’iinsi erga uumamee booda hiriiruun dhorkamee jira. Yoo xiqqaate namni digdami ajjefameera gabaasa jedhu Tokkummaan mootummotaa qorataa jira.

Gaabaasa sagalee kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG