Xurree ittiin seenan

Breaking News

Siyaasa Somaaliyaa     


Mogadishu, Somalia
Mogadishu, Somalia

Paarlaamaan Somaaliyaa inni gad aanu Amajjii 11 bar 2016 afaan yaa’ii filatee jira. Mohammed Osmaan sagalee 141 fi 259 injifatan.Kan isaan waliin dorgoman Abdirashid Hiddig sagalee 97 argatan.

Filannoon kun jalqaba Hagayya 20 bara 2016 gaggeeffamuuf erga saganteffamee booda miseensoota paarlaamaa isa gad aanuu 275 filachuun duubatti harkifannaan yoona ga’e.

Kanas hawaasnii addunyaa kan qeeqee yoo ta’u hojii seeraan alaa kan akka dorsiisaa fi matta’aa ykn Gunaa fudhachuutu jira jedhamee yeroo biraatti darbe.

Namoonni siyaasaa kan somaaliyaa falmii uumame furuuf hojjachaa yeroo jiran kanatti barcuumnii paarlaamaa guutuu miti.

Parlaamaan inni ol aanuu fi miseensoota 54 qabu afaan yaa’ii ofii guyyoota dhufan keessa filachuuf jira.Prezidaant Hassan Sheikh Mohamud biyyatti marsaa lammtaaf hogganuu fedhu.

XS
SM
MD
LG