Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Gama Kibbaa Ommisha Boba’aa Dhaabuuf Jetti


Qabeenyaa ishee kan zayita boba’aa karaa ujummoo Sudaan gama kaabaan dabarsitee gabaa addunyaatti kan ergattu sudaan gama kibbaa kana gochu kan dhaabdu ta’uu beeksiifte.

Kana kan goote Kaartuum boba’aa doolaara miliyoona 800 fi miliyoona 15 baasu na jalaa hatte eega jette booda.

Kaartuum garuu maallaqa duraanuu naa hin baafamiin hafe waan jiruuf fudhe jechuun falmti. Kanneen sudaan gama kibbaa keessatti hojii daldala adda addaa gaggeessaa jiran immoo, oomisha boba’aa dhaabuun hanqiina sharafa alaa akka dhabamu taasisa sodaa jedhu qabu

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG