Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbolessi Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa Har’a Maaleesiyaa Keessatti Ajjeefame Jedhan


French President Emmanuel Macron bows to coffins during a ceremony for the 13 French soldiers killed in Mali, at the Invalides monument in Paris.
French President Emmanuel Macron bows to coffins during a ceremony for the 13 French soldiers killed in Mali, at the Invalides monument in Paris.

Obbolessi gar-tokkeen Hoogganaa Kooriyaa Kaabaa, ka Kim Joong Un Har’a Maaleesiyaa keessatti ajjeesamuu, maddeen oduu Kooriyaa Kibbaa dubbatanii jiran.

Ajjeesamuu Kim Jong Nam adda-bafatee qulqulleeffachuuf, Raadiyoon sagalee Ameerikaa, Tajaajila Tika-nagaa Biyyoolessaa Kooriyaa Kaabaatti bilbile iyyuu, dhugaa fi dhara ta’uu hin mirkaneessine – dhaabbatichi.

Maddi-oduu Kooriyaa Kibbaa – Yenaap akka jedhutti, dubartoota Kooriyaa Kaabaa eenyumaan isaanii hin beekamiin lama tu, Dirree-xayyaaraa Kuwa Lalampuuritti summii waraanee, otuu hin qabamiin – taaksii fudhatee jalaa miliqe – jedhama.

XS
SM
MD
LG