Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Suudan Kibbaa Jireennii Itti Qaala’ee Hojjattoota Embaasii Biyya Alaatii Qabullee Diqqeeffatte


Suudan Kibbaa
Suudan Kibbaa

Suudan Kibbaa ganna shaniin duratti cittee Suudan irraa cittee baate.Waraana bara dheeraatti jireenna nutti jabeessa jedha mootummaan kun.

Akka ministerii haajaa alaa Suudan Kibbaa, Barnaba Marial Benjamin jedhutti Suudan Kibbaa embaasii isii biyya 10 keessaa qabdu cufte jechuun dharaa,taatullee kiraa embaasii biyya tokko tokkootii kaffaluunu dhiba tahuutti jiraa jedha.

Jireenna qaalaheen falachuuf hojjatoota haga tokko diqqeessuutti jiraa jedhee VOAtti hime, minsiteri kun.

Embaasii hojjattoota isaanii irraa diqqeesssan keessaa tokko Kaayroo,Masrii akka jecha Benjaminitti.

Tanumaafuu embaasii kun akka bulchoota Suudan Kibbaa keessaa ka maqaa himachu hin fedhin tokko jedhetti kiraa embaasiituu Muddee dabre asiiyyuu baafachuu hin dandeenne.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG