Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajiila Fayyaa Ummata Keenyaa Jajjabeessuu Feena


Tajaajiila Fayyaa Ummata Keenyaa Jajjabeessuu Feena
Tajaajiila Fayyaa Ummata Keenyaa Jajjabeessuu Feena

Waldaan ogeessota Fayyaa oromoo ka sadarkaa addunyaa gurmeessuuf eega irratti hojjatamuu qabee waggaa afuur ta’u qindeessitoota keessaa tokko kana ta’an Dr. Masfiin Ittaanaa ibsanii jiru.Kaayyoon isaas uummata Oromoo biyya keessa jiru toora tajaajiila eegumsa fayyaan deggersa barbaachisuu gochuu akkasumas biyya alaa keessatti hojii qorannoo gaggeessuu akkasumas ijoollee barnoota tajaajiila eegumsa fayyaa barataa jiraniif deggersa gochuu akka ta’e ibsamee jira.

Ammaan dura saba keessaa dhufan tajaajiila eegumsa fayyaa argatan foyyeesuuf ogeessonni dhunfaan hojjataa turan akka jiran kan beekamu ta’uus caalaatti bifa qindaa’een hojjachuun bu’aa caalaa argamsiisa kaayyoo jedhu qaban.Kanas fixaan baasuuf walgahiin tokko dhuma torban kanaa kan gaggeeffamu ta’u Dr. MasfiIN Ittaana Ibsanii jiru.

Tajaajiila Fayyaa Ummata Keenyaa Jajjabeessuu Feena.
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:31 0:00

XS
SM
MD
LG