Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaabinee jijjiiruun Faayidaa hin qabu jedha gamtaan Medrek


Bekele Nega
Bekele Nega

Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Hayila Mariyaam Dassaaleeny Miseensoota Kaabinee haaraa kaleessa beeksisanii jiru. Manni marrii bakka bu’oota uummataa fi manni maree Federeshinii immoo wiixata darbe walgahii gaggeessan irratti prezidaantiin Itiyoophiyaa Dr. Mulatuun Haasawaa dhageesisanii jiru.

Kana ilaalchisee gamtaa MEDREK irraa Dr. Mereraa Guddinaa fi Obbo Baqqalaa ibsa nuu kennanii jiru. Mummichi ministeeraa Haayla Maariyaam muudamuun waan eegamuu ture? gaaffii jedhuuf hoogganoonni paartii mormituu kun deebii kennaniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG