Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Mooraa Hidhaa Ziwaay Keessatti Hidhamee Gaazzexeessaa Temesgeen Dessaalenyi Eessa Jira?


Gaazzexeessaa Temesgeen Dessaalenyi
Gaazzexeessaa Temesgeen Dessaalenyi

Gaazzexeessaa Temesgeen Dessaalegni, qopheessaa ol’aanaa fi abbaa-qabeenyaa “FITIH, ADDIS TAAYIMSII fi FAAKT” jedhamanii ture. Tamasgeen Dessaalenyi, oduuu dharaa tamsaasuutti – himatamee, hidhaan waggaa sadii itti muramee, mana-hidhaa Ziwaay keessatti hidhamee ture – jechuun dubbata – Obboleessi isaa Taariukuu Dessaalenyi.

Guyyoota saglan dabran kana keessa garuu, maatiin isaa -moraa hidhaa Ziwaay sanatti deddeebi’anii arguuf yaalan iyyuu kan argachuu dadhaban ta’uu maatiin isaanii dubbataa jiran.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG