Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaan Mootummootaa kora isaa ka barana New York,Amerikaatti taa’e irratti waan heddu irratti dubbate.Rakkoo baqataa addunyaa,fala jara kanaa barbaaduu qaban, qooda mootummaan qabaachuu qabuu fi waan hedduu.

Logoo UNGA

Tana irratti Henok Semmaigzer yoo kora sun gabaasuuf New York Amerikaa dhaqetti, minisstir haajaa alaa Amerikaa dhaqetti itti aantuu itti aantuu damee demokiraasiitii fi mirga namaa Saaraa Siiwall waan hedduu gaafate.Gaafilee ingiliffaan innii gaafate keessaa:

Kara ummata lola jidduutit marfameen gargaaruu dandahan .Karaa baqataa fi jara jireenna wayyaahaa barbaada yaahuu gargaaruu qabaniin. Waan bulchootii addunyaa kora baranaa irratti dubbatan

Horiin biyyoota baqataa fi jara jireenna wayyaahaa barbaada yaahanii kennan maal haga akka tahe

Mootummaan Amerikaa biyyoota seera mirga namaa hin eegene waliin akkamiin akka hojjatuu fi waan akkanaa kana

XS
SM
MD
LG