Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turtii Antropolojisti Boonnii Holkoom (Qabbanee Waaqoo) Wajjin


Boonnii dubartooota sagantaa addaa qophaaheef irratti argaman wajjin, Guraandhala 18, 2017
Boonnii dubartooota sagantaa addaa qophaaheef irratti argaman wajjin, Guraandhala 18, 2017

Qorattuun aadaa fi akkaataa jiruuf jireenya hawaasaa (antropologist) Boonnii Holkoom Oromoo biratti Qabbanee Waaqoo maqa jedhuun beekkamti, erga bara 1971 Oromiyaa dhaqixee waayee Oromoo qorachuu, mirga Oromootii fi dhugaa Oromootii hojjachuu irraa teechee hin beektu.

Waldaan Qorannoo Oromoo "Badhaasa Tajaajila Umurii Guutuu' jedhamu han bara 2014 Boonnii Holkoomif kenne. Boonniin badhaasicha harka proofesar Mohammad Hassanii fudhattee booda yeroo haasaha gootu
Waldaan Qorannoo Oromoo "Badhaasa Tajaajila Umurii Guutuu' jedhamu han bara 2014 Boonnii Holkoomif kenne. Boonniin badhaasicha harka proofesar Mohammad Hassanii fudhattee booda yeroo haasaha gootu

Tajaajila oggoota 45 ummata Oromootii kennite ulfeessuu fi galatoomi jechuunidhaa dhiheenya kana magala ishiin keessa jiraatu Waashingitan Diisiitti sagantaan addaa bakka maatii fi hiriyoonni ishii akkasumas hawaasni oromoo argametti qophaaheefiit ture.

Suraan olitti mulatu kun han qopheesitoonni sagantichaa, Gareen Ogeessota Oromoo Boonnii wajjin bakka sagantaan geggeeffametti ka'ani.

Boonniin dhimma Oromoo maaliif hojii kiyya jettee qabatte? Maal faa gumaachite?

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa​

Turtii Antropolojisti Boonnii Holkoom (Qabbanee Waaqoo) Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:05 0:00

XS
SM
MD
LG