Xurree ittiin seenan

Lammiiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Oromoo Prezidaantii Filachuuf Sagalee Kennan

  • VOA

Ameerikaa kutaalee keessa kanneen jiraatan lammiiwan hidda dhalata Oromoo prezidantii Ameerikaa isa itti aanu filachuuf jecha har'a ba'anii sagalee kennanii jiran.

Kanneen nuti haasofsiisne irra hedduun isaanii Prezidaant Baaraak Obaamaa deebisanii kan filatan ta'uu yoo ibsan kanneen Republikaanticha bulchaa kutaa Maasaachuseets

XS
SM
MD
LG