Xurree ittiin seenan

Breaking News

Somaaliyaatti Roobuu Baannan Balaa Beelaatu Mudachuuf Deema


Qandala, Somalia
Qandala, Somalia

Somaaliyaa keessatti yoo roobni deebi’ee hin dhufne, balaan beelaa hamaan biyyattii mudachuu mala, jedhu – beektonni.

Akka qaamonni ijaan argan jedhanitti, yeroo uummatni miliyoonaan lakkaawamu balaa beelaa afaan bu’ee jirutti, beeyladoonni hedduun dhumaa jiru.

Baatiilee silaa roobuu maletti roobni marsaa lama dhufuu hanqachuu irraa kan ka’e, kutaa Somaaliiland kan gama Kaaba Lixaa keessatti, re’ootaa fi hoolota yoo xiqqaate dhibba irraa harka afurtama tu dhume.

Walumaa-galatti, beeyladoota gara kuma kudhanii tu haga ammaatti du’e – jedhama.

XS
SM
MD
LG