Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgahii Gamtaa Afrikaa Irraa Maaltu Eegama?


Walgahii Gamtaa Afrikaa Irraa Maaltu Eegama?
Walgahii Gamtaa Afrikaa Irraa Maaltu Eegama?

Hogganoonni biyyootii Afrikaa walgahii barana gaggeessan irratti dhimmootii hedduu irratti duddubachuuf kan jiran yoo ta’u murtii adda addaas dabarsuu qabu.Hogganaa haaraa filachuun isaan kana keessaa tokko.Dhimmi walitti bu’iinsa gosaa sudaan kibbaa keeassaa, deemsa nageenya Sudaan Kibbaatti lubbuu horuu, gargaarasa dhala namaa fi walitti bu’iinsa Somaaliyaa fi naannoo hara Chaad keessaa kanneen jedhan mata duree ka biraati. Biyyonni Afrikaa sadii mana murtii yakka qoratu kan addunyaa (ICC ) keessaa ba’uuf karoorfachuun ka biraati. Rakkoo Afrikaa keessaaf Afrikaan ofii ishee furmaata barbaachuu qabdi jedhamaa ture yeroo dheeraaf.Maraafu walgahii gaggeeffamu irratti argamuuf Diploomaatonni Afrikaa , ministeeronni haajaa alaa kan biyyoota Afrikaa akkasumas hogganoonni arditti keessaa waajiira haadhoo kan gamtaa Afrikaa lafa itti argamu Finfinnee seenuu jalqabanii jiru.

Walgahii Gamtaa Afrikaa Irraa Maaltu Eegama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:48 0:00

Gabaasa Viidiyoo

Walgahii Gamtaa Afrikaa Irraa Maaltu Eegama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:39 0:00

XS
SM
MD
LG