Xurree ittiin seenan

Walgahiif Waayiit Hawusitti Waamamnee Turre

  • Jaallannee Gammadaa

Jaarmayonni Hawaasaalee adda addaa kanneen naannoo Waashiington DiIsii-tti argaman baatii kana keessa walgahiif bulchiinsa prezidaant Baraak Obamaan Waamauu isaanii ibsamee jira.

Kanneen keessaa tokko jaarmayaa hawaasa Oromoo kan naannoo Diisii tokko ta’uu kan ibsan Obbo xaggaayee Galgaluu walgahiin gaggeefamees waa’ee sagantaalee fi imaammata bulchiinsa prezidaant Obamaa irratti ture jedhan.

Gama kaaniin baatii sadaasa darbe bulchiinsi magaalaa waashiingtoon Disii jiloota isaa gara waajiira jaarmayaa hawaasa Oromootti Diisiitti ergee walgahiin gaggeeffamu Obbo Xaggaayeen Ibsaniiru.

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG