Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xayyaarri Basaasaa Gara Somaaliyaatti Ergameera


Hojii to’annaa gaggeesuuf jecha Yunaatiid steetes Itiyoophiyaa gama kibbaa Arbaa Miinc irraa xayyaara nama of keessaa hin qabne ykn Droon jedhamtu gara Somaaliyaatti bobbaasuu ishee beeksiistee jirti.

AP
AP

Kunis duula waraanaa mootummaan Keniyaa al-shabaab somaaliyaa keessaa irratti gaggeessu deggeruuf akka hin ta’iin, aangawonni waraanaa kan Yunaaytiid steetes beeksisanii jiru.

Jabuutiin ala Afrikaa keessaa maadhee waraanaa hin qabnu kan jedhan aangawaan waraana Amerikaa lakkofsaan murta’a kan ta’an sagantaa Itiyoophiyaa keessatti gaggeefamuuf achi ka jiran ta’uu dubbatan.

Sochii al-shabaa daangaa ce’uun keniyaa keessatti gaggeessu hanga dhaabatuutti duula waraanaa kan itti fuuftu ta’uu keniyaan dhaadatte jirti.

Gabaasaa Guutuu MP3 xuquun dhaggefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG