Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amantiin Islaamaa yoom Itiyoophiyaa seene?


Bara 610 yeroo Nabiiy Mohammad Makkaa keessatti barsisuu jalqaban Amantiin Islaamaa eegale kan jedhan Jorjiyaa steet yunivarsitii keessatti barsisaa seenaa kan ta’an professar Mohammad Hassan isaanumatu akka baqataatti nama 100 caalaa gara Aksumiitti yeroo jalqabaaf erge jedhu.

Sana booda suuta sutaan gara Ertraa fi Tigraay achiis waggootii 300 booda bara 900 keessa gara naannoo shawaa, Hadiyyaa,Warjii,Faxaqar, Adaal, Harar fi Baalee keessatti mootummaan Islaamaa xixiqqaan babal’achuun ibsamee jira.

Sana booda woo? MP3 tuquun dhaggeeffadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG