Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Dubroota Addunyaa !


Waggaa waggaan Onkololeessi 11‘Guyyaa ijoollee dubraa” ta’uun sadarkaa addunyaatti akka kabajamu Tokk mootummotaa labsee jira.

Kaayyoon isaas umriin ijoollee durbaa itti herumsisan yoo xiqqaate 18 akka ta’u,dhiraan qixxee carraa barnoota akka argatan,kanneen herumanii jiran carraa barnootaa, odeefannii waa’ee fayyaa akka argatan akkasumas hokkara mana keessaa irraa akka walaba ta’an gochu kan jedhu kanneen maqa dhahaman keessaa jira. dha.

Durbii ijoollummaatti akka herumaniif sababaa ijoo waan ta’e beekame durbootaa fi dubartoota irratti hokkara mana keessatti irratti rawwatanu dhaabsisuu kan jedhus jira.

Kana hojii irra oolchuufis garee 180 kan of keessaa qabu tokko hundeessamee jira.

Gabaasa guutuu dhaggefadhaa

Gabaasa guutuu dhaggeeffahdaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:30 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG