Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Hobomboleettii Duula Filannoo Danqe


President Barack Obaman hojjettoota dhaaba gargaarsa yeroo hatattamaa kan Federaalaa FEMA waliin
President Barack Obaman hojjettoota dhaaba gargaarsa yeroo hatattamaa kan Federaalaa FEMA waliin
Filannoon Prezidaantummaa UNITED STATES geggeessamuuf yeroo torban tokko qofti hafee jiru kanatti, eega balaan obonboleettii hamaan “HRRICANE SANDY” jedhamu naannoolee Ameerikaa handaara galaanaa gama BAHAA dhahee booda kaadhimamtoonni lameen Prezidaant OBAAMAA fi Rippuublikaantichi MITT RAMNEY duula “na filadhaa” irratti of eeggannoon deemaa jiru.

Qophii filannoo fi haala gidduu kanaa ilaalchisee Koomishina Mirga Namoomaa ka Mootummaa Bulchiisa Naannoo OHIO irraa nuuf ibsaniiru.

Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:47 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG