Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obamaan Gurraacha waan ta’an Qofaaf hin filamne


Sagalee kaadhimamtonni paartilee lameen argatan baayyee walitti dhiyeenya kan qabaatu ta’a jechuun sabaa himaaleen adda addaa tilmaama turan.

Injifachuu prezidaant Obaamaa keessatti Sagalee Dubartootaa kan dargaggotaa fi sab-xiqqaaleen kennan hegereen Amerikaa boqonnaa haaraa keessa galuu isaaf ragaa tokko jedhu Dr.Isqeel Gabbisaa yunivarsitii keetriing irraa.

Kanaaf jecha warri Riipaablikaanii olaantummaan gam tokko qofaan eessa iyyu ga’u akka hin dandeenye kan hubatan fakkaata jedhu.

Gutummaa Gaaffii fi deebii kanaa armaa gaditti caqasaa.
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:46 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG