Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan Fiigicha Poolaanditti Ka’ima Heddeessitee Atileetota 24 Kopheeffatte


40th IAAF Chamiopnship
40th IAAF Chamiopnship
Dorgommiin Qaxxaamura Fiigicha Addunyaa ka IAAF,Federeshiiniin Atileetiksii Addunyaa Marroo 40essoof qopheessef dorgommii km6, km8tii fi km12 dhiiraa fi dubralleen itti wal dorgoman.

Atileeota bebeekamoo addunyaa 400 caalanitti biyya 56tii dhufee wal dorgoma. Durii gannuma gannaan dorgomanii amma ammoo ganna lama lamatti wal qolchan.

Itoophiyaan akka jecha leenjisaa Toleeraa Dinqaatti warra eegatu waliin atileeota 24 kopheeffatte. Miilota akka Turee Uturaa, Imanaa Margaa, Fayyisaa Leellisaa, Belaayneshi Olijiraa , Boonsaa Diidaa,Burgaal Mellesee fi Genet Yaalewu fa waliin nama hedduu dorgommii tanaa filatte.


Dorgommiin tun Bitootessa 23,2013 jalqaban ta Itoophiyaan dorgommii ijoollee ka’imaatii fi nama muuxannoo hedduullee qabu itti dabalattee tana irratti akka jecha obbboo Toleeraatti yoo milkoofte waan hedduu eegatti.

Mee qophii Ispoortii a hardhaallee caqasaa.

Mee tana ammoo caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:39 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG