Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuboota Rooba Waliin Hidhata Qaban


Itiyoophiyaa keessatti baatiin roobaa baatii Hagayyaa keessa yeroo xumuramuu baatii Fuulbaanaa kaasee dhukkubi Busaa ka’uu mala sodaan jedhu jira jechu dhaan Obbo Taganee Raggaasaa waajiira eegumsa fayyaa Fedeeraalaa Itiyoophiyaa irraa raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsanii jiru. Kanaaf jecha dursanii tarkaanfii of-eeggannoo barbaachisu gochuuf irratti hojjatamaa jira kan jedhan Obbo Taganeen busaan akkaa waggootii dhiyeenya kanaa hamaa ta’uun isaa hafaa jira jedhan.

Dhukkubi ka biraan Rooba waliin hidhata qabu garaa baasaa fi haqqisaa arifachisaan hubaatiin geesisaa ture amma baayyee gad cabeera jedhu. Kunis manneen fincaanii qotuun qulqullina nama dhunfaa fi naannoo kan ilaaleen baruumsa kennameen ta’uu dubbatan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:14:21 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG