Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Faca’inni Eedsii Gad Bu’e Jira


Addunyaa irratti uummanni miliyoona 35 ta’u vaayrasii dhukkuba Eedsii nama qabsisuu HIV waliin kan jiraatu ta’uun ibsamee jira.Kana dhaabsisuuf Amerikaan duula aaddunyaa irratti ggageeffamu hogganaa jirti.

Waggaa waggaan Muddee tokko kabajamee kan oolu guyyaa Eedsii addunyaa sababaa gochuun barana Itiyoophiyaa keessatti ayyaanni kun warshaa shukkaaraa Matahaaraa keessatti kabajamuu isaaministriin eeguumsa fayyaa kan Fedeeraal Itiyoophiyaa irraa Obbo Tganee Raggaasaa ibsanii jiru.Faca’inni dhukkuba kanaa kan waggootii kudha shan dura Itiyoophiyaa keessatti dhiibba keessaa harka 7 kan ture yeroo ammaa gara harka 1.3 gad bu’uun isaa ibsameera.
XS
SM
MD
LG