Dilbata, Onkoloolessa 26, 2014 Local time: 03:39

Oduu / Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa

Kan Dhaga’ee Nuuf Ha Birmtu!

x
Jaallannee Gammadaa
Baqatoota Ertraa fi Itiyoophiyaa kanneen Suudaan irraa ka’anii gammojjii sinaa kan Masrii keessa darbuun Israa’eel seenuuf yaalan irratti dararaa jabaan akka dhaqqabu gabaasamaa jira.Mooraa Baqatoota Suudaan keessaa butamanii darbaa dabarsa gurguramaa Gammojjii Sinaa yeroo dhaqqaban, maatiin warra butame kanaa lafa jiran irraa maallaqa guddaa akka ergan gaafatamu.
 
Maallaqa gaafataman kana erguuf humna hin qaban taanaan baqatonni kun ituu lubbuun jiranii qaama isaanii ciranii kalee, Tiruu fi Onnee fudhu jedhu gabaasaaleen adda addaa.Sana booda carraan isaanii du’a qofa taati.
 
Kaayiroo irraa kan baqataan tokko dubbate dhaggefadhaa.


Gaaffii di Deebii
Gaaffii di Deebiii
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one