Dilbata, Guraandhalaa 14, 2016 Local time: 12:58

    Oduu

    Addaan Qodamuun Bu’aa Argamsisuu Caalaa Miidhaa Inni Fiduutu Hamaa Dha

    Jaallannee Gammadaa
    Bara 2001 keessa gareeleen Adda Bilisummaa Oromoo bakka lamatti qodamanii turan Addi Bilisummaa Oromoo shanee gumii fi Addi Bilisummaa Oromoo qaama ce’umsaa deebi’anii tokkummaa uumuu isaanii ibsanii jiran.
     
    Tattaafii araaraa yeroo dheeraaf deemaa fi gidduttis danqamaa ture booda dhuma irratti qabsoo bilisummaa oromoo fiixaan baasuuf tokkomne jedhanii jiran.
     
    Waggootii kudha tokko keessatti hojii hojjatame caalaa badii dhaqqabeetu qabsoo silaa gaggeeffamu malee irratti danqaa uume jechuun bakka bu’onni gam lameenii hubachisanii jiran. Kaayyoon keenya amma iyyuu saba Oromoo bilisa baasuu fi Oromoyaa bilisa taate argamsisuu dha jedhu. Gabaasa Guutuu armaa gaditti caqasaa.

    Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaa
    Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaai
    || 0:00:00
    ...    
     
    X
    This forum has been closed.
    Comments
         
    Kana keessatti yaadi kenname hin jiru. Yaada kennuun ka duraa ta’i.