VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Kamisa, Caamsaa 22, 2013 Local time: 13:55
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
/
Qophii Addaa
Galaanaan Nyaatamanii Hafuun Carraa Keenya Ta’e Kutaa 2ffaa
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
21.12.2012
WASHINGTON DC
— Torban kana keessa andaara galaana Bosaasoo kan puuntlaand keessatti yaballi tokko garagaltee namoonni 55 eessa buuteen isaanii dhabamuu fi galaanaan nyaatamuu malu jedhuun Dhaabnii baqatootaa kan Tokkummaa mootummotaa ykn UNHCR beeksisee jira.
UNHCR akka jedhutti bidiruun humnaa ol nama feete sun kan garagalte imaltoota Bosaasoo irraa fuutee karaa erga jalqadee daqiiqaa 15 booda.
Jiraattonni naannoo akka jedhanitti yeroo balaan kun dhaqqabetti haalli bubbeen qilleensaa hamaa waan tureef sababaa ta’uu mala.
Balaa kanaan kan midhaman irra hedduun Oromootaa fi lammiiwwan Somalee kan Puntland utuu hin taane kan somalia ishee guddittii kanneen gara Yemenitti ce’uuf namoota seeraan ala namoota deddeebisan mindeessan turan jedhama.
Garuu jiraattonni magaalaa Bosaasoo hedduu fi kanneen balaa Sana irraa lubbuun hafan balaa kana kan ilaaleen gabaasaalee adda addummaa qabu Raadiyoo sagalee Amerikaa sagantaa Afaan Oromoof kennan.
Namoonni balaa sana irraa lubbuun hafan lama bakka dhokatanii jiran irraa akka dubbataniitti namoota seeraan ala nama deddeebisanin tumamanii galaanatti kan darbaman ta’uu iibsanii imala balaa irra nu buuse kanaaf maallaqa baafne jedhan.
Kanneen lubbuun irraa hafan kun lamaan Oromoo yoo ta’an akka hamaatti miidhamanis yoo argamne qabanii biyyatti nu deebisu jedhanii aangawoota puuntlaand waan sodaataniif wal’aansa ogeessa fayyaa ituu hin argatiin kan jiran ta’u dubbatan.
Bidiruun balaa wal fakkaataan isa mudate lama ta’u fi lakkoobsi namoota irra turaniis kan angawoonni lafa kaa’an 55 ol ta’uu kanneen lubbuun hafan kun raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsaniiru. Garu Gabaasi kun mirkanii hin argatiin jira.
Jiraataan magaalaa Bosasoo tokko ibsa kenneen hanga ammaatti reeffi namoota 39 argameera. Balaan kun kan dhaqqabe Kibxata darbe ta’uu kan beeksisee UNHCR balaan kun hamaa fi kan lubbuu nama heddu galaafate ittiin jedhejira.
Jaarmayoota gargaarsaa biraa akeekkachiisi kennamus waggaa kana keessa namoota kuma 100 ta’antu galoo galaana Aden fi galaana diimaa qaxxaamuranii jiru jedha.
gabaasa guutuu armaan gaditti caqasa
gabaasa guutuu armaan gaditti caqasa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
Gaaffii fi deebii kutaa 2ffaa armaan gaditti caqasa
Gaaffii fi deebii kutaa 3ffaa armaan gaditti caqasa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Windows Media
Mp3
Kibxata
Windows Media
Mp3
Roobii
Windows Media
Mp3
Kamisa
Windows Media
Mp3
Jimaata
Windows Media
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Taphattoota Ciccimoo Kubbaa Miila Afrikaa Filadhaa
Dorgommii Taphattoota Afrikaa Bebekamoo Bara 2013
Amharic and Tigrigna News
ብርክት ዝበሉ ከንቲባታት ኣመሪካ ንመዓልቲ ናጽነት ኤርትራ ኣፍልጦ ይህቡ
ክፍለ-ግዝኣት ኦክላሆማ ብከቢድ ህቦብላ ተወቂዓ
IMF ንመጠን ዕብየት ቁጠባ ኢትዮዽያን ኤርትራን ዝገምገመሉ ሪፖርት
ዋናው ጤና ነው
በኤርትራ 10,000 የፐለቲካ እስረኞች ካለፍርድ እንደተያዙ አምነስቲ ገለጸ
ኢትዮጵያ በጋዜጦች
More
Most Viewed
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM TUESDAY MAY 14 2013
“Malaammaltummaan Itti qabata, Dhimmi Isaa Polotikaa Dha”
Namii Adoo Dandeettii Qabu Ufi Keessatti Beekee Guddifatee, Doktora Dhiisi Waan Fedheeyyu Hinuma Tahaa jetti, Tiyyaa Diidolee
VOA AFAAN OROMOO PROGRAM MONDAY MAY 13 2013
“Siyaasaaf Hidhaman, Shakkiin Jedhu Jiraachuu Mala. Garuu Dhara”
Most Listened
sagantaa Wixata caamsaa 3 guutummaa isaa dhaggeeffadhaa
Afaan Oromoo News 1730
Guutummaa gaaffii fi deebii Jorgoo fi harmee isaa armaan gaditti caqasaa
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730