Kibxata, Fulbaana 02, 2014 Local time: 04:14

Oduu / Dirree Dimookiraasii

Adda-addummaan Adda Bilisummaa Oromoo fi Waltajjii Marii Oromoo Maali?

Namoo Abaataa
Kanneen waggoota 12 oliif adda-bahanii turan -  gareeleen Adda Bilisummaa Oromoo lama,  jechuun, ABO-n Obbo Daawudn Ibsaan hoogganamuu fi kan Obbo Dhugaasaa Bakakkoon hoogganamu -- deebi’anii tokko ta’uu fi  kaayyoo walabummaa Oromiyaa mirkaneessuu - jedhu jabeessanii itti fufuuf akka qophii xumurataa jiran, dhiheenya ibsa kennanii turan. San dura immoo kan hoogganootaa fi miseensota gameeyyii dur dhaabicha keessa turaniin hundeessame - qaamni Waltajjii Marii Oromoo jedhamu ibsa kenneen, “muuxannoo baroota afurtamman dabranii irraa -- qabsoon mirga Oromoo bifa haaraan ilaalamuu qaba” - jedhee jira.
Bakka-bu’oota qaamota lameenii jechuun, Dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo  - Obbo Boruu Barraaqaa fi Dubbi-himaa Waltajjii Marii - Obbo Leencoo Baatii waliin marii geggeessee jira. Guutummaa marii sanaa armaa gaditti caqasaa.

Gaafii deebii kutaa 1ffaa
Gaafii deebii kutaa 1ffaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X


Gaaffii fi deebii kutaa 2ffaa
Gaaffii fi deebii kutaa 2ffaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one