VOA
Sites by Language
Top Stories:
VOA Afaan Oromo
VOA Oromo
VOA Afaan Oromoo Oduu
VOA Afan Oromo
English Worldwide
English
voanews.com
Learning English
learningenglish.voanews.com
Eastern & Central Europe
Shqip
Zeriamerikes.com
Bosanski
vijestiglasaamerike.com
Ελληνικά
gr.voanews.com
Македонски
mk.voanews.com
Srpski
glasamerike.net
Українська
chastime.com
Eurasia
Հայերեն
amerikayidzayn.com
Azerbaijani
amerikaninsesi.org
ქართული
amerikiskhma.com
Русский
golos-ameriki.ru
Central Asia
O‘zbek
amerikaovozi.com
East & Southeast Asia
Burmese
burmese.voanews.com
粵語
voacantonese.com
中文
voachinese.com
Bahasa Indonesia
voaindonesia.com
ខ្មែរ
khmer.voanews.com
Khmer
voacambodia.com
한국어
voakorea.com
ລາວ
lao.voanews.com
ไทย
voathai.com
བོད་ཡིག
voatibetan.com
Tibetan
voatibetanenglish.com
Tiếng Việt
voatiengviet.com
South Asia
বাংলা
voabangla.com
دری
darivoa.com
پښتو
pashtovoa.com
وی او اې ډيوه ريډیو
voadeewaradio.com
اردو
urduvoa.com
Africa
Afaan Oromoo
voaafaanoromoo.com
አማርኛ
amharic.voanews.com
Français
lavoixdelamerique.com
Hausa
voahausa.com
Kinyarwanda
radiyoyacuvoa.com
Kirundi
radiyoyacuvoa.com
Ndebele
voandebele.com
Português
voaportugues.com
Shona
voashona.com
Soomaaliga
voasomali.com
Kiswahili
voaswahili.com
ትግርኛ
tigrigna.voanews.com
Zimbabwe
voazimbabwe.com
Middle East / North Africa
فارسی
ir.voanews.com
كوردی
dengiamerika.com
Kurdi
dengeamerika.com
Türkçe
amerikaninsesi.com
Latin America
Creole
voanouvel.com
Español
voanoticias.com
VOA
Log in
Sign up
Log out
Oduu
Oromiyaa
Afrikaa
Addunyaa
Sagantaalee
Ameerikaa fi Uummata Ishee
Dirree Dimookiraasii
Ispoorti
Ka Dhageenyee fi Dubbisne irraa
Misooma
Qophii Addaa
Qophi Fayyaa
Waa’ee Uummata Oromoo
Roobii, Waxabajjii 18, 2013 Local time: 20:20
Audio
Multimedia
VOA Afaan Oromoo
VOA Amharic
VOA Tigrigna
VOA60 Africa
VOA60 World
Kuusaa Suuraalee
Oduu
Nama Kuma Dhibba Hedduutti Muudama Perzdaanti Obaamaatti Dhufa,Nami Maaniif Akkana Isa Jaalata Seetan?
Print
Yaada
Hirmaadhu
Tweet
TEXT SIZE
-
+
Soraa Halakee
18.01.2013
WASHINGTON,DC
— Amerikaan gannuma afur afuriin perzdaantii filatti, yoo filatte ammoo nama filame sunii gammachuu guddoo qopheessanii ,abbootii amantii itti yaamanii waaqa kadhataniifii gammachuu tanallee bulchoota mootummaa biyya gara garaa fi ummatallee itti yaamatee muuddi.
Gammachuu tana ammoo sirbitu Amerikaan qabdu ka akka Biyoonsee fa dabalee hedduutti itti yaaha.Demokiraasiin Amerikaa nama hedduuf fakkeenna taate.
Amerikaan haga ammaatti perzdaantii Obaamaa waliin perzdaantii 44 qabaatte,marroo 57 muuddee hujiitti ergatte.Namii tokko marroo lamallee waan filamee muudamuuf akkana.
Perzdanatii Obaamaan barana muudamu kun gaafa ganna afuriin duratti fialme waan hedduu waadaa gale waan hedduu guutatellee waan hedduutti irraa hafellee taatullee akka xiinxalyaan siyaasaa Jawaar Mohammed jedhetti,namii haga malee Obaamaa irraa wa eegate.
“Jijjiiramii innii fidee fi dalagaan inni dalages tarkaafileen innii fides waan nama hawwate…nama hedduutti isa firoomsate….nama gurrraachaaf Obaamaan perzdanati tahuun isaanii kabaja guddaa.”
Akka Jawaaritti ammoo namii adiin perzdaanti Obaamaan perzdaanti tahuun nama adii fi gurraacha bara hedduu wal jibbee gargar faagate walti fidee wayyeesse jedhanii abdiin eegatan.
Perzdaanti Obaamaan yoo hedduu abdii dubbata,obsa dubbata, seenaa Abrahma Linkon faarsa,namii cuftii faaydaa biyyitii qbdu walqixxee qabaachu qabaa jedha.
Adoo tana jennuu perzdaantii Obaamaa irraa waggaa afran dhufaa maan eegdan,adoo maal hojjatee,dubbatee ykn mari’achiisee feetan?
Mee nuu barreessaa marii Jawaar Mohaammad Gaafannellee caqasaa.
Mee tana ammoo caqasaa
Mee tana ammoo caqasaa
✖
▶
||
■
12:00:00
/
-:--:--
🔇
🔉
⎚
▶
Playlist
Download
This forum has been closed.
Comments
There are no comments in this forum. Be first and add one
Oduu Afaan Oromoo 1730
Afaan Oromoo News 1730
Listen
Playlist
Sagantaa isa dhumaa dhaga'aa
Wixata
Mp3
Kibxata
Mp3
Roobii
Mp3
Kamisa
Mp3
Jimaata
Mp3
Afaan Oromoo Audio Archives
Amharic and Tigrigna News
ሕርይቲ ኩዕሶ እግሪ ኢትዮዽያ ጌጋ ምፍፃማ ተገሊፁ
ግብፅን ኢትዮጵያን ኣብ መንጉአን ዝተፈጠረ ወጥሪ ንምህዳእ ስጉምትታት ይወስዳ ኣለዋ
ላዕለዋይ ልኡኽ ግብፂ ምስ ሰበስልጣን ኢትዮጵያ ኣብ ኣዲስ ኣበባ ክዘራረብ ውዒሉ
ዋልያዎቹ ባፋና ባፋናን መቱ
ፓርላማው የኢንተቤን የአባይ ወንዝ አጠቃቀም ውል አፀደቀ
የአፍሪካ ሕብረት፣ በአባይ አጠቃቀም እና በወጣቶች ጉዳይ ላይ…
More
Most Viewed
Itoophiyaa fi Masriin Laga Abbayaaa Irratti Dubbiin Wal Qoqqolumatti Jiran, Taatullee Marii Fedhan.
Itoophiyaan Dorgommii Kubbaa Miilaa 2014 Biraazilitti Taphataniif Dabruuf Abdii Horachaa Dhufuuti Jirti
Most Listened
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730
Afaan Oromoo News 1730