Sanbata Diqqaa, Hagayya 02, 2014 Local time: 02:42

Oduu / Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?

Isan Jalqabe Hangan Xumuruutti Biyyaa Hin Ba’u

Zerihuun WadaajooZerihuun Wadaajoo
x
Zerihuun Wadaajoo
Zerihuun Wadaajoo
— Ijoollummaa isaa kaasee mana barumsaa keessatti wellisaa akka ture kan dubbatu Zarihuun Wadaajoo walumaa gala waggootii soddomaaf wellisuu isaa dubbata.

Jireenya koo keessatti quuqqaa saba koo wellisuun dararaa addaa addaaf na saaxiluus gara fuula duraattis ittuman fufa jedha.
 
Torban kana keessa immo walleelee haaraa gabaa irra oolchuu isaa wellisaa Zariihuun Wadaajoo Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsee jira.

Guutuummaa gaaffii fi deebii gaggeeffame dhaggefadhaa.

Gaaffii fi Deebii dhaggeeffadhaa
Gaaffii fi Deebii dhaggeeffadhaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one