11.03.2013
Itoophiyaan akka jecha leenjisaa Toleeraa Dinqaatti warra eegatu waliin atileeota 24 kopheeffatte. Miilota akka Turee Uturaa, Imanaa Margaa, Fayyisaa Leellisaa, Belaayneshi Olijiraa , Boonsaa Diidaa,Burgaal Mellesee fi Genet Yaalewu fa waliin nama hedduu dorgommii tanaa filatte.