Kamisa, Guraandhalaa 11, 2016 Local time: 00:49

    Oduu

    Dhukkubii Garaachaa Maalii?

    Gastritis
    Gastritis
    Jaallannee Gammadaa
    Garaachi namaa dhukkubsachuuf sababaa kan ta’an waan hedduutu jira.
    kanneen keessaa dhugaatii alkoolii heedduminaa dhuguu, tamboo xuxuu, dawaalee tokko tokko fudhachu nyaata mi’eessituu heddu of keessaa qaban nyaachuu akkasumas baakteriyaan (H Pylori ) Ech paaylorii jedhaman keessatti argamu.
     
    Dhukkuba garaachaa dawaalee ogeessi namaa ajaju gargaaramuun akkasumas yeroo tokko tokko oguma baqaqsanii suphuun fayyuun in danda’ama.

    Gaaffii fi Deebii dhaggeeffadhaa
    Gaaffii fi Deebii dhaggeeffadhaai
    || 0:00:00
    ...    
     
    X
    This forum has been closed.
    Comments
         
    Kana keessatti yaadi kenname hin jiru. Yaada kennuun ka duraa ta’i.