Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baarnootaan milkaa’uun Eessaa Jalqabuu Qaba?


Ijoolleen Biyya irraa gara biyyoota gama dhiyaa maatii isaanii waliin dhufan hedduun barnotaan milkaa’ina argachuun isaanii beekamaa jira.

Gama kaaniin immoo aadaa biyya namaa keessatti barachuunis ta’e milkaa’ina jireenyaa argachuu kan dhaban ni jiran.

Umriin isaa 8 kan ta’e Gadaa Bakaree Tafarraa yeroo ammaa kutaa sadaffaa barataa jira.

Kutaa tokkoo fi lama waggaa tokkotti xumure. Dandeettiin waa dubbisuuf yeroo ammaa qabu kan barattoota kutaa shanii ti.

Dandeettiin barnoota herregaan qabu immoo kutaa 4ffaa xumuree jira. waan barsisaan jedhu dhaga’uun akkasumas waan nama irraa eegamu hundumaa hojjachuun milkaa’iina barnotaaf gargaara jedha.

Maatiin Gadaa maal jedhu?

Gaaffii fi deebii Gadaa Maatii isaa waliin geggeeffame dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:53 0:00
Xurree marsariitii




XS
SM
MD
LG