Wiixata, Fulbaana 15, 2014 Local time: 09:26

Oduu / Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata?

Kukkuyyee – Dandeettii Addaa

Jaallannee Gammadaa
Sabaa himaa adda addaa irratti namoonni sagantaa qoosaa ykn baacoo adda addaa dhiiyeessuun beekaman ni jiran. Garu dandeetti kana qabaatanii carraa uummatatti ba’u kan hin argatiin danuu dha.Qosuun biyya alaa keessatti akka oogumaatti fudhatamee namoonni jireenya isaanii ittiin gaggeessan akkuma jiran kanneen ija tuffiin ilaalamanis jiru.

Dargaggoo umriin isaa 29 ta’e Alamaayyoo Amsaaluu sagalee isaa akka namoota umrii  fi saala adda addaa-tti jijjiree dubbachuu fi qoosuu danda’a. Kana qofa otoo hin taane walaloolee adda addaa fi oduu barreessuu kan danda’au ta’uu dubbata. Dandeettiin isaa ittiin jiraatu garuu isa kana miti. Barataa barnoota amantii ykn Tiwooloojii waggaa afuriif baratee waxabajji 22 bara 2013 eebbifamuuf deema. Dargaggoota waliin gama hundumaan hojjechuun hawwii koo ti jedha.

Gaaffii fi deebii guutuu armaa gadiitti dhaggefadhaa
Gaaffii fi deebii guutuu armaa gadiitti dhaggefadhaai
|| 0:00:00
...
 
🔇
X
This forum has been closed.
Comments
     
There are no comments in this forum. Be first and add one