Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni Qophaa’inaa Mormii Dhageessisuu Isaaniitiif Tumaman, Jiraattonni Naannoo


Wallagga Lixaa, magaalaa Najjoo keessatti, barattoonni Mana-barnootaa Qophaa’inaa NajjooJimaata, Caamsaa 15, bara 2014 ganama kaleessumtaa isaa Wallaggaa Yunivarsitii keessatti tarkaanfii humnoonni mootummaa barattoota irratti fudhafte ni balaaleffanna.

Barattoonnii hidhama haa hiikamanii,jedhanii mooraa keessaa bahuun gara magaalaatti hiriira jalqabuu isaanii irraa kana kahe humnooonni mootummaa barattoota hedduu reeban,jedhama.

Ummannii magaalattii immo barattootaaf baabsee ka'uudhaan polisii federaalaa tokko dhagaan harka cabsuu dubbata jirataan naannoo kun.
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG