Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoleen Itoophiyaa Hagii Tokko Bokka Fedhan Hin Arganne, Mudde Dhuftullee Qilleensi EL Nino Jedhan Afrikaa ‘Gahuu Dandaha.’


El Ninon garba Paasifik oowwee oowwii sun addunyaan gahee biyya gahe ykn bokkaa ykn ammoo bona itti fidu
El Ninon garba Paasifik oowwee oowwii sun addunyaan gahee biyya gahe ykn bokkaa ykn ammoo bona itti fidu
El Nino jechuun jijjiirama qilleensaa garba Naannoo South America jedhanii irraa oowwee kahee qilleensallee oowwisee oli bahee biyya gara garaa gahu.

Qilleensii kun yoo biyya gara garaa gahu ykn bokkaa guddaa fidaa ykn ammooaa bokkaa silaa eegatan diqqeessa.

Naannolee Itoophiyaatti amma bokkaatti roobuutti jira,bokkaan kun godinoota Oromiyaa haga tokko roobuutti jiraattullee haga fedhanitti wal hin geenne midhaan daraaran goguuf sodaatan.Fkn godina Booranaa,Gujii,Boorana,Baalee naannoo Somaalee fi naannoo akka akkaatti.

Gama kaaniin ammoo jijjiiramii qilleensaa, EL Nino jedhan ji’a Muddee,Onkololeessaa fi Sadaasaa keessaa bokkaa Itoophiyaatti roobu jijjiiruu dandaha jedhan.

Akka daarekterii Metrooloojii Itoophiyaa Damee Raaqa Qilleensaa fi Dursa Akeekkachiisaa, Dr. Dirribaa Qorichaa jedhetti ammatti EL Nino dhufu baatullee ji’a diqqaan duubatti jijjiiramii qilleensaa dhufee waan hedduu fiduu dandaha.

Jijjiiramii qilleensaa kun yoo hedduu garba Paasifik addunyaa irraa ballinnaan beekamutti oowwee qilleesa naannoollee oowwisa.

El Nino kun Itoophiyaa keessaa gara Muddee keessa dabalaa jedhanii eegan.Bokkaan bokkaa sugaa,nagaa fi quufaa ha nuu tahuu jennaa me marii teena tana caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG