Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabayaan Saliixii Itoophiyaan Alatti Ergattuu Oowwaa Deemuutti Jirti


Midhaan zayiti addunyaatti jaalatamaa deemuutti jiran keessaa tokko Saliixii
Midhaan zayiti addunyaatti jaalatamaa deemuutti jiran keessaa tokko Saliixii

Waan Itoophiyaan gabayaa alaatti ergattu keessaa guddoon bunaa,midhaan zayitiiti fi ka akka akkaatti itti aana.

Akka obboo Fiqruu Amanuu,daarekterii misooma bunaa-shaayii fi mi’ooftuu damee ministry qonnaa jedhutti saliixiin tokko;qlleensa gammoojii keessatti biqilti,baa galfachuuf bara hedduu nama hin tursitu,fedhiin zayiti addunyaa dabalaa deemuutti jirti tanaafuu fuula itti deebifahcuutti jirra jedha.

Gatiin bunaa baruma baranaa gadi bu’aa deemti,barbaachisummaan saliixii ammoo baruma baraan dabalaa deemti.

Itoophiyaan biyyoota 55 buna oomishanii alatti ergan keessaa mana 10 keessa jirti.”Ganna sadee afran dabran keessatti saliixii tooni kuma 280tti gabayaa biyya keessaa hagii guddaan biyya alaatti ergamutti oomishame.

Bunii ammoo akka obboo Fiqruun jedhutti toonii kuma 230tti oomishame.

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:54 0:00
Xurree marsariitii

Saliixiin akka obboo Fiqruutti gammoojii jalaatti.Saliixiin biyya 18 oomishaa saliixiin zayiti dansaa qabdi Itoophiyaan ammoo biyya addunyaa irraa saliixii oomishan keessaa afreessoo.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG