Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo ofii irraa dhufe Hunduu Yoo mil'ate Biyyi Gargaarame jechuu dha


Bara 2007 keessa dhaabi Danboobduu jedhu kutaa US Chicago keessatti hundeeffame. Kaayyoon dhaaba kanaa ijoolleen durbaa yoo barnoota isaanii itti fufuu illee dadhaban yoo xiqqaate barnoota sadarkaa lammataa hanga xumuranitti akka baratan deggeruu dhaan akka of danda’an gochuu dha. Yeroo ammaa Danboobduun gargaarsa namoota dhuunfaan kan deggeramu si’a ta’u dhaabbata Actioin for Basic Developent /ABDI/ jedhuu kan dubartoota hiyyeeyyii baadiyyaa Oromiyaa keessa jiraniif barnoota tolaa kennuun illee ni deggerama. Hanga yoonaa barattoota shaniif scholarship/gargaarsa barnootaa kan meeshaalee mana barnootaa isaanii danda’u kan kenne si’a ta’u waggaa dhuftu hanga ijoollee 50tti gargaaruuf abdannaa jetti dhaaba kana kan hundeessite dubree Seenaa Jimjimo.

Seenaan kan qabdu degeree isee jalqabaa political science,degeree lammataa Public Health fi Public Adminstration dhaan University Ilinois irraa argattee jirti.

Gaaffii fi deebii geggeeffame caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:28 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG