Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’een Ibolaa Iddoo Hundumaatti Irratti Duddubbatamuu Qaba


Dhaabatii waliin misomaa kan biyyoota Afrikaa Bahaa ykn IGAAD turban darbe yeroo duraaf dhimmootii fayyaa kan ilaaleen waa’ee Ibolaa fi dhukkuboota yaaddoo uuman ka biro irratti marii guyyaa Afurii gaggeesse jira.

Walgahii kan irrattis biyyonni miseensa IGAAD ta’an kan hirmaatan yoo ta’u keessumaa dhukkuba Ibolaa kan ilaaleen irratti qiyyaafatanii mari’atan.Itiyoophiyaa bakka bu’uun haasawaa kan dhageesisan Dr.Daadhii Jimaa hogganoonni kun carraa wal arguuf qaban hundumaa irratti waa’ee Ibolaa dubbachuu qabu jedhan.

Ogeessonni eegumsa fayyaa qofti WAA’EE Ibolaa irratti mari’achuun dhukkubicha ittisuuf ga’aa miti jedhan.Gaaffii fi Deebii Dr Daadhii Jimaa wajjiin gaggeeffame armaa gadiitti caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG